Hiriira Dargagoo Oromo Afrikaa Kibbaa- OLF - Change Group | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Hiriira Dargagoo Oromo Afrikaa Kibbaa- OLF – Change Group

GUYYAA HAR’AA OROMOONNI AFRIKAA KIBBAA JIRAATAN SABAA FI SAB-LAMMOOTA ETIYOOPHIYAA WAJJIIN TA’UUDHAAN HIRIIRA NAGAHAA UN IRRATTI BAHUUN, SAGALEE HO’AADHAAN FALMII MOOTUMMAA WAYYAANEE IRRATTI GEEGGESSEERA!Sabaa fi sab-lammoonni hiriira kana irratti argamanis;SUMAALEE,AHMAARA,GURAAGEE,HADIYYAA FI WARRONNI AMANTII ISLAAMAA FI KIRISTAANAAS OSOO HIN HAFIN TOKKUMMAADHAAN SAGALEE DIDDAA GABRUMMAA DHAGEESSISANIIRU

 

Check Also

abbaa duulaa gamadaa

“Kan nutti aanu TPLF malee ABO miti”. Abbaa Duulaa Gammadaa

Ee yaa Oromoo cidhi hunduu 4 kiiloodhaaf malee siif waan madaala kiiloo tokko kaastu of …