Oduu Haaraya

BAQATOON SUUDAN KARTUUM KEESA JIRAN DIINAAN AJJEEFAMAA JIRU

suudaan kartuumiti nagaaya eegdoota fi guraa gurtuun ykn Basaason wooyyaannee bakkaa heedduuti Qaamni Mootummaa Bobbaasee waan jiruuf baqatooni oromoo waan kana Jalaa Baraaruuf hanga Dandahameen akka ufraa Eeydan keessatu bakkeewwan gurguddoo isaan itti argaaman keesa murrasni
I U A internactional unverscity of Afrcan,diree xayaara, dhabaata buys kan biyyoolleessa afaan isanitin Miinal barr fi iddoowwan shaayyi itti dhugan kan gargara fi kkf. irra akkaa ofii eegan akka Gabaasaan Oddeeffanoo Suudan irraa himamutti Mootummaan Woyyaannee nama kudhanii Sadi (13) Basaasummaaf 9-3-2013 unverscity Baratootaa keessatti akka Bobbaasee odduun qabatamaan ni himama fakkeenyaf akkama tanaan dura Weelisaa Kadir Martuu irra rakkoon erga gayeen booda namootan hedduu kan Ajjeefamaniif kan Lubbuun dhabaman hedduun isaanii akka jiran ni himamama fakkeenyaaf nama maqaan Abdulaxiif jedhamu Su’ud Arabi irraa suudan seenee Daangaa qaxxaamuree karaa biyya biro erga inni baafateen booda isa kana barbaaduuf jecha nama maqaan isaan wol fakkatuu nama Tigree ta’e tokko ji’a 4faa 3013 keesa ajjeefamuun ni yaadatama .
Saniin dura Guyyaa 6-1-2013 hintala Oromoo naanoo Wollagaa taate [1:58:41 PM]  Wosaane Habtaa Ltayuu bakka dalagaa ishee irraa baatee mana obboleetii isii geese yeroo deebitu sa’aa 6:30 irratti qaama isii qalanii akka Ajjeessan Suudan kartuumi keessatti ni yaadatama
Haaluma kana fakkaatuun maddi odduu achiraa gabaafame Bara2013 kana keessa Reefi nama Ethiopia Suudan Kartum keessatti kan Argame akka Gabaasaan Odeeffanoo achiraa nuuf gabasantti Reefi nama 280 akka argame ni ibsama kanaafuu Mootummaan Woyyaanee Sagantaa ummata Biyya keessa Baqatee Biyyoottan 2faa keessa jiraatan Basaasota Isaatin Baqatoottan Biyya adda addaa keessa jiraatan irratti ajjeechaa fi ukkaamsaa waa Raawataa jiruf Baqatoon Biyya adda addaa keessa jiraatan uf eeganoo akka Gootan Isni Hubachiifnaa.
Jajjaboosabaa@hotmail.com

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

One comment

  1. BAQATOON SUUDAN KARTUUM KEESA JIRAN DIINAAN AJJEEFAMAA JIRU

    !!Qajeelfama !!

    Maqaa Muhammedamini Haji Wariyo kan jedhu gabaasaa kana kan nuuf kene jechuu barbaadamee Sirreeffadhaa.