Oduu Haaraya

Barattoonni Yunversiitii gara garaa akka sagalee hin kennine ugguraman jedhu

Dhimma Filannoon wal qabatee Guutummaa Oromiyaa keessatti Mootummaa fi Uummata gidduutti rakkoon uumamaa jira jedhu. Akkasumas Barattoota Oromoo Yunversiitii irra jiran sababa Garaa garaatiin akka Filannoo irratti hin hirmaanne waan godhamaniif Yeroo ammaa kana Barattoonni yunversiitii Bulee Horaa Mirgi Keenya haa kabajamu,Deebiin keenya Gaaffii haa argatu,….Jechaa Hiriira guddaatiin Mooraa gadhiisanii ba’aa jiru!!

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …