Oduu Haaraya

Qophii Addaa Ka Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa

Sirna sagalee kennuu magaalaa Amboo

Filannoo har’a, Caamsaa 24, bara 2015  Itiyoophiyaa keessatti geggeessamaa jiru ilaalchisuun, gabaasaalee keenya  magaalaalee adda addaatti bobba’anii jiran dubbisnee jirra. Ka Naannoo Sabaa fi Sab-0lammootaa fi Uummatoota Kibbaatti bobba’ee jiru – Desse Alayn sagalee kennuHenook Semmaagzeer, Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa – Obbo Haile-mariam Dessalenyi –  aanaa filannoo Gunnenotti argamuun ennaa sagalee kennan dubbisee jira.

Namoota bakkawwan adda addaatti sagalee kennaa jiranii fi ka biroo illee dubbisnee jirra. Hayyoonni biyya keessaa deemsa filannoo ilaalaa jiranis hubannaa isaanii nuuf ibsanii jiran. Waan maraafuu guutummaa qophii keenya addaa.

Filannoo Itiyypiyaa ilaalchisee qophii qindaa’e armaan gaditti caqasaa

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …