Oduu Haaraya

Basaastoota wayyaaneerra of eeggadhaa

BAAYYEE WAAN NAMA GADDISIISU Mucaan suurrishee armaan gadii kun SHUGER GOLOLCHA barattuu universiitii saayinsiif teekinolojii Adaamaa muummee Afaan oromoo waggaa 3ffa ti.

Isheen baasaastuu lukkeelee wayyaanee miseensa dhaaba OPDO jedhamuuti. Kaleessa gagala jechuun caamsaa 5/2014 TVO dhaan akka dubbattee sookkeettii nutti sakka’ametu jiramalee dhimmi maaltu nu jeeqsisa ykn deeggaraa dhaaba sanaa hin taane nuti maalii qaama biraadhaaf meeshaa taana jettee maqaa unv. saayinsiif teknoolojii Adaamaa balleessite ijoolleen keenya isheerraa akka of eegan jenna. namoota akkasi kanaaf waan gatii isaanii barbaaduun dirqama akka ta’uus hin dagatiinaa!!

Check Also

qeesoota habashaa1

Why the Ethiopian Orthodox Church should rectify historical injustice

By ABBAA BIYYAA  Leaders of the Ethiopian Orthodox Tewahedo Church (EOTC) on Wednesday agreed to end a …