Oduu Haaraya

BBCiin Afaan Oromootiif bakka kennaa laataa?

Ferhan Abdulselam

Guyyaa arraa, ganama saa’aa 11:30’tti BBC’n gabaasa sududaa marsaa isaanii irratti maxxanse akki jedhu, “Tajaajila oduu biyya Toophiyaatti kennuuf deemu keessatti, BBC’n Afaan Oromootiin tamsaasuutti akka xiyyeeffatu Oromoon Toophiyaa ‘Petition’ eegalee jira.”

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …