Oduu Haaraya

Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee falmmatu

Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu
Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu

Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree
Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani
goree
Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan
ugguree
Waliti qabee kholaase warra biyyo
gurguree
Xiqqaa guddaan dhumanii reefkarra
jtarree galchanii
Diina lafaa xuruursan irraa naasuu
dhabanii
Akas malee yoom taphaan Bilisummaan
arkkamtti
Duunu dachiin dabarru warra hafeef
bal’atti
Duuti kharaa namayyu khal’oorrattuu ni
dhuftti
Akkanaatii ambbaayyoo hin rafinaa
ifitti
Haadinni hin jabeeysu hidhee kha haqa isaa
falmmatuu
If hin denddeenye usuu hangga onneen
dhawattuu
Hincal’isiifttu cubbuun warra dhugaa
dubbatuu
Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee  falmmatu
Gabrummaarra numan baane waari ciisee
eeggatuu

Alaabaa nagayaa ispsituu biyyayyuu
Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu

1969 Radio Muqdishoo

Check Also

marroo dirribsaa

Walwaraansi Toophiyaa bara 2019 irraa jalqabee Oromiyaa keessatti akkuma itti fufetti jira

Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma