Oduu Haaraya

#Dhaamsa hatattamaa !!!

G/Harargee Lixaa Aanaa Habroo Magaalaa Galamsoo irraa I/A/I/Gafatama mana barumsa sad 1ffaa magaalaa Galamso obbo Getahun Abdannaa kan tahe barattoota mana barumsaa hundaan guyyaa boruu /sambata/ganama qoricha dhukkuba bilarziyaa fudhattanii nyaata kessaan sirriti nyadhaatii,bishaan harkatti qabadhaa kottaa jedhee daree barumsaa hunda irra deemee himaa olee.Kanafuu mootummaan wayyannee sabaa Oromoo fiixuuf wan karorfatef ummata aanaa Habroo fi ummata oromoo hundaf ilman isani qoricha kana akkaa hinfudhane ittii nuf dhami.
Qeerroo Galamso irraa!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..

Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *