Oduu Haaraya
mayyuu2013

Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyu Muluqqee keessatti weerarri Liyuu poolisii cimee itti fufee jira.

Guyyaa Har’aa Konkolaattota ISUZU sadi(3) araddaa UNKURUUREE jedhamtu keeysatti,qabuudhaan ummata Oromoo konkolaataa kanaan dalagachuuf deemu qabanii hidhanii of harkaa qabu.Aradduma Unkuruuree kanatti konkolaataa UD yokko yeroo qabuuf jedhan konkolaachisaan keeysaa bahee utaaluun hidhaa duraa bahee konkolaataa qabanii of harkaa qaban.
Abbootiin konkolaataa kanneenii keeysaa;
1,Ahmad Ibroo
2,Shakuul faadha.
Konkolaattonnii fi ummanni konkolaataa keeysa jiran walumaan harka Liyuu hidhaa jiran.
Karaa biraatiin Aanuma kana araddaa KARRA MARFATAA jedhamu keeysaa weerara bananii qabeenya ummataa Loonii,Gaalaa fikkf hedduu saamanii jiran.

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …