Godina Shawaa Sibba Lixa Aanaa Tolee Magaalaa Baantuu Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa guyyaa 3/12/2015 yokin guyyaa 23/03/2008 ganama keessa hirriiraa mormii maaster pilaanni mormuun bahame irratti barataan kutaa 10ffaa barataa Dajanee Sarbeessa du’aan kan boqote yoo ta’u barattoonni lama akka malee rasaasaan dhahamanni hospitaala walisoi geeffamanni jiru. Mucaan du’e kunooti reefi isaa erga du’e namni lafa kaasu lolafu dhabametti sa’aatti 2:00 irratti kan du’e Poolisoonni akka namni hin kasne dhowun sa’aatti 4:13 irratti reefaa lafa kaasee humni darbata walisoo irraa dhufe.
Rukkuutees poolisii Kan Oromiyaa yoo ta’u eenyu akka ta’e yeroof adda hin baasne.
Check Also
Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira
Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …