Oduu Haaraya

Dr.Jamaal Abbaa Garoo: “Gadaa.com is a fascist website”

Qabxii doktortichaa…

1. J/Jaarraa Abbaa Gadaa kan itti duulee balleesse joolluma harageeti malee nama biraamiti.

2. Siyaasaa fii amatii walitti makuun shurbaa bushaaf dhuguun hin tolle jedhu..

3. Jaalattaniis jibbitaniis dhaabni tokkochi bilsaan hojjatu dhaaba ODF jedhu…

Ibsa, gaafiif deeibsaa sarara paltalk G.O.D.F jedhu Dr.Jamaal Abbaa Garoo Waliin taasise.

Qabxii Dr. Jamaal kana akkamitti laaltu, maaltu sitti dhagayama? wanni inni dubbate kun haqaa moo dhara?

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …

One comment

  1. Gadaa.com and ayyaantu, bilisummaa.com copy and paste. Jatte jattee waan namni biroo maxxansee fuuldaratti tarrisanii maxxansuu malee waan tokko kan ofii dalagan hin jiru. jecha tokko tokko itti dabalnii oduu hafarsuu malee waan takka waan bu’aa qabu kan isaan godhaa jiran hin mul’atu. ummata gowwaa humaa hin beeekne gowwomsaa jiru. dr. dhugaa qaba