Oduu Haaraya

Dr. Nagaasoo Gidaadaa: Meneliks Genocide Against Oromo And Other Ethios

Dr. Nagaasoo Gidaada sirna bulchiinsa wayyaanee jalatti preezdantii Toophiyaa fii amanamaa waahila Mallasaa kan turee tahullee, habashaan akkuma aadaa isii ilmaan Oromoo yeroof itti gargaaramte boodarra kositti isaan gataa turte isaas Mallasaan galma isaarra arihtee buochisaa turuun isaa seenaa kaleessatti…waayee dhimma Minilik fi habashootaa laalchisee Ibsa gaafiif deebisaa sarara platalk “Meneliks Genocide Against Oromo And Other Ethios” waliin taasise…

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *