Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa godhu! Warroottan hojii bonsaa kana Hojjattan Jannattul firdowsiin Rabbiin isin haa badhaasu! Baga walumaanuu gammadne!
Check Also
Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee
Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee …