Gabaasa suraan deggarame kana irratti barattonni Oromo guutuu biyyaa keeysatti FDG mootummaa wayyaane irratti gad-geeysaa jiraachu isaanii ibsee biyyaToophiyaa jechuun 75% lafa ummata Oromo akka taatelle ibsee jira. Guutuu gabaasa khanaa, as tuquun laaluu dandeessan
Check Also
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …