Maallaqa Wayyaaneen faranjii ittin bitattu ( lobby) isatu kafala. Maallaqa OMN ittin cufsiisan isatu kafale. Yeroo ammaa kanas waraana gara Guji geeffamaa jiruuf geejjiba isatu baase. Kanaafuu duulli cimaan qabeenya isaatirratti banamuu qaba. duula yeroo ammaa ummata keenya Oromoo Gujiitirratti banameef tumsuuf qabeenya isaa Oromiyaa godinoota biroo keessa jirurrattis duuluu feesisa. Mee qabeenyi isaa Oromiyaa keessa bakka kam faa akka jiru nu beeksisaa. ( maqaa kubbaaniyyaa, Godina, Aaanafi ganda keessatti argamu)
Check Also
Hoggansa fi Miseensa ABO Biyya Hambaa: Fira moo diina QBO ti?
Hubataa Dubbii tiin=====================================================Hoggansi fi miseensotni ABO biyya hambaa jiraatan tokko-tokko, hojiin isaan guyya-guyyaattiraawwatan, diina dhaabichaa …