Oduu Haaraya

Agazi forces are firing at peaceful Protesters in Bulehora town. Gun fire is still going on. One have been reported killed and two injured so far in the protest.

 

Besides demanding justice for victims of Oromo protests and Release of all the political prisoners, the Gujii condemn exploitation of minerals and pollution on the environment by Midroc Gold mining companies and others! They demand economic and condemn privatization of national wealth and not benefiting local population.
The following were main points of the protest in Gujii:
👉🏿We don’t allow ‪#‎exploitation‬ of our ‪#‎mineral‬ resources while we don’t benefit anything.
👉🏿Stop killing and arresting Oromos, ‪#‎Free‬ all political prisoners and opposition party leaders
👉🏿bring perpetrators to justice and compensate victims, take responsibility .
👉🏿Withdaw all the federal Police and Agazi from Oromia regional state and

***********************************
Bulee Horaa keessatti keessatti mormiin gaggeeffamaa jira!

Gaaffiin Uummanni Kaasaa ture:
👉🏿Hidhaa fi Ajjeechaan haa dhaabbatu!
👉🏿Hidhamtoonni Siyaasaa fi hoggantoonni paartii mormituu haa hiikkaman
👉🏿Saamichi albuudaa (Laga-Danbii, Saakarroo fi Okkotee haa dhaabbatu) Midrok nurraa haa bayu!
👉🏿Humni woraanaa fi poolisiin Federaalaa Oromiyaa gad-dhiisee haa bayu!
👉🏿Yakkamtoonni hiriirtota Nagaa ajjeesanii seeraaf haa dhiyaatan ! Fi kkf
Midrok wolqabatee rakkoon inni fidaa turee tana:
1. Misooma hawaasummaa keessatti hirmaachuu dhabuu (Community development).
2. Ummata naannootiif Hojii uumuu dhabuu (job creation).
3. Fayya uummataa, horiitiifi naannoo uumamaa miidhuu (human, livestock and environmental Health). Hojiin Medrok bisaaniifi qilleensa faalaa. Horiifi namni bishaan san dhugaa.
Kanaaf furmaati:

Jarri amma magaalaa Burii Karroo keessa deemuun mana cufsiisaa jiran.

Qabsoon Itti fufa !

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …