Oduu Haaraya

GOODANISA SEENNAA GAARA SUUFII kutaa 1 fi 2 abbaa dulaa jonasayitin duguggarraa dhaala oromoo irraati rawwate rawwachisee obbo Abdulhakim Usumaan irratti fulefate .

MIDHAMAA SABA ADEM AHMED {adem misoma} irraa . GOODANISA SEENNAA GAARA SUUFII KAN HIN FAYYINE  KUN KUTAA 17 QABAA KUN KUTAA 1FFAADHA 2 ITTI FUFAA  .godannisa seena garaa sufii dhumaa bara 1996 seensa 1997 irraa kassee hammaa 2002 oromiyyaa baha guddina harargee lixaa anaa mi’eesoo magaala asaboot fi magaala mi’eesoo, ammaas nannawa ishii jonasayitin dogguga dhaala nama kabinota murtawanin ummata oromoo nannanicharrati rawaatame turee. duggugan lammi oromoo irrati rawaatame turee kun waan heeddu nama nasisuu ture. dura yeero gochicha dugguga ibsuti hin seenin maqaa kabinota yeroo sanii ibsuun feedha.1. bulchinsa anaa sani kan ture Ahmad shek umar. 2.Abdaala macaaroo,3.yuusuf adamee,4.abdulhakim usuman,5.ahmad salihi,6.musaa innee,7.abdaala idiris,8.abrahim kamila,9.duula,10. iskandar itti gafaatama poolisa yeroo sani kaha anaa maqaa issa ni dagadhe,warooni yeero san adda durruuman jonasayitin dugguga ummata irrati rawatan lubbuu namota 46galafatani jiruu, kana maales namoni qaama lamshansani sangomsani baqaatani biyya ambaa jirachaa jiraan namoota 300 ni ta’uu.warota warreegaman kessa  1.Amamad saani ammada waariyo
2.Aashaa Ali
3.Yuusu ibroo
4 Abdoo mamad boruu soobbu
5 Ammad kulee
6 Mamad Iliyaas  …                                                                7.rihadaa                             tan akkaa ashaa aliyyi tan ashaa kormeen beekamtuu tan garaa sufii geesani poolisoni nama 6  itti tabatani reefa issillee dhabnee qaama issi harkaa,harma,rifensa,ishii fidani haadha durati gad naqan san fatuu garaa na raasee.warrooni warreegan 46 warreen du’aa sukkunesa wal fakaata du’aan yeero saniti abbaan dula dugguga ykn dhumati irrati labsee kantiba maagala obb abdulhakim usuman ture.bara 2002 kessa anni bakka bu’a parti ummata oromoo kuo,kan dr maraata guddinan hoganamu wanin tureef jeecha ka’oon ko kan jalqaba kabinota dugguga sanyi dhalaa oromoo irrati rawatan kana  angoo irraa busuu yoo dandahame tarkafii seeraa irraati fudhachisuu ture  akamun yadee naf tehe ture kabinoota 20 oll angoo irraa busee turee uumata koo waalin tehe  kabiinoota 33 oll tahuu ammo tarkafii seeraa irrati fudhachiisee ture hatahu  male waroota tarkafii seeraa irraati fudhachise kan keessaa namonii 19 akka hamaa ammati mana hidhaa jiraan qubaan qabaa garuu waroota angoo irraa ari,amani tura saa namota muras yeruma saan filannoo bodaa angoo irratii debisaani ture  namotan ani irrati xiyyefadhe ture san hin deebifane ture garuu yeroo amma kan namotan ani irrati xiyyefadhe san keessaa kan akka abduu lakimi usman  kan akka yusuf adame fi waroota biras dhagaa jira wareen nama nyatota tahan kan angoo irraati debi,an umani biyyaa hoo dhiroo akamiti nama nama nyatuu kan akka isaan bulchuu lata?  NAMICHII KUN  abdul haakim usmaan jedhamu kun abbaa dulaa dugugaa seennss gaara suufii ture in sangomasee sodaa isaaf jechaa biyyaa irraa baqaatani biyyaa ambaa galan kessahuf harkii bayyeen  south africaa fi keniya jiraa  abdul haakim usmaan kun efaa gaaf saani angoo irra bu’ee turee garuu yeroo amma kan ammo angoo irrti deebi’e jiraa   waxabajjii 4/2016 oromiya baha godiin halkan kan FXG Akan ture
Harargee Lixaa Magaalaa Asaboot keessatti hiriiraa mormiin godhamaa ture qofaa irrati qeerroo 300 lolaa mana hidhaa galchee jiraa garuu guyyaa araa kan ammo kantibuman magaala asaboot mirkanahefi jiraa pls nama kan xarkafiin kan dandahamene irraa akka fudhatan qafatii qeerroon magaalaa asebot   KUTAA 2 ittin fufaa                                                                                                                          KUTAA 2 KUNOTI                                                                            MIDHAMAA SABA ADEM AHMED {Adem misoma} irraa .share like Comment .GOODANISA SEENNAA GAARA SUUFII kutaa 2 abbaa dulaa jonasayitin duguggarraa dhaala oromoo irraati rawwate rawwachisee obbo abdulhakim usuman irratti fulefate .

guyyaa isaa roobii galgalaa ture kan duulii dogguga dhaala nama obboo abdul hakim sumani magaala asaboot keessati baname obboo abdulhakim usuman kun human waraan mottummaa wayyaanne kan obboo abdaala idirsiin hogganamu kan uummata oromoo naannoo saani birrati maqaa Gosa googaa Ajjeesiin bekkamu qabate bulchisaa Aana kan ture obboo ahmed sheek umar wajin hulaa uummata daldaltoota magaala Asaboot cabsu egalan efaa maneen dukkan daldaala hama 7 takka cabasani bodaa abboti dukkan isani irrati cabasani san efaa samaanin bodaa fudhani garaa buufaat poolisii magaala Asaboot keessaati arkamu geessaani bodaa magaalan akkuma bultetuu numa bultee . ganama waree bodaa waraani halkan samiichar ture san akkuma jirutii uummaata magaala irrati bobaafame ture . ajajjaan katibaa magaala asabotin kan ture abbaa duulaa jonasayitin dogguga dhaala oromoo kan yeroo sani obboo abdul hakim usumani kan tahen . Uummanni keenyaas akka yeroo amma kannati hin damaqane ture waraanni akkumma fedhe isaan godha ture waraaninis ooso ajajjan waraan yeroo sani jiruu ajjajaa obboo abdul hakim usuman fudhachudhan uummaata akka jaawweti caafaaqa dhigaa irraa yaasa waajjiraarti guran ajajjee akkuma in jedhee godhan Uummata caafaqa akkuma fedhii isani godhaa waajirichati guran waajjiirichiinis ni gutamame yeruma san reebichafii tumiisii san bifaa waalgahiti jijjirame waajjiiri waan guutame jiruf jechaa mana barnotaa saaddarkka 1 Asaboot ykn odaa jiigaati uummata uleen waaliti qaban ture uummaninis ni dhufe kana bodaa wan aja’iibaa tahuf demma mee caqasaa gaa abbooti duukaan tan galgalaa ofi samaa turan sani fi waaroota maneen daaldalaa gara garaa qaban kan sammaanitu jiraa ture waaroota saman kan akka jedhani ABO TU NU sammee jedhaa dubbadha jedhani uummata kan irrati , gootoni ilman oromoo . kan akka mohammed saani Ammada waariyo fi kan akka Rihaad fi Muzamil akkasumasa fakkattoni isaani akkan jedhani deebisaa deebisanif ture nuti kijiibaa hin dubanu jechudhan diidan yeroo kan bodaa abbaa dulaa jonasayitin dogguga dhaala oromoo GOODANISA SEENNAA GAARA SUUFII kan tahe obboo abdul hakim usumani hiriyya isaa YUSUF ADAME wajiin kan gaafa san itti gafatam bulchisaa nageenya kan ture yeroo saniti isaa walin tahudhan humna waraan gogaa ajjees dabalatani waaroota kijibuu diidan sani fi kan ABO deegaartan jedhii shakki irraa qaban san buufata poolisati deebisan, ergaa deebisani bodaa namuu bakka jiruu waalwalataani/shakaratani walgahii ta,an kabinoon, bakki waalgahii itti tahan mana Abdul Lakim Usamaniti namonni maqaa isaani yaadadhuu kan yeroo saniti waalgahi irraati hirmatee
1.bulchinsa aanaa sani kan ture Ahmad shek umar.
2.Abdaala macaaroo,
3.yuusuf adamee,
4.Abdulhakim usuman,
5.Ahmad salihi,
6.Musaa innee,
7.Abdaala idiris
8.Abrahim kamila
9.Duula
10.Iskandar.
maqaa namoota dhaheefi kanin hin dhehin keessa waaronni qabataman qabamani M/ A/ sirresaa G/H/ lixaatii cirooti hidhaa jiraan kessa
1 Adem Dheraa.
2 Abrahim kamila.
3 Abdallaa Idiris.
4 Qamaar
5 duulaa kk f kun waggaa 30 murteen ittii kennamte achi jiran waroota hidhan kan keessaa kan umrii itti murteesanileen ni jiruu.namoni kunis waraa waalgahii kabinota san irratti hirmataan ture wareen yeroo amma kan mana hidhaa san keessa jiraanis walgahicha irra qoodaa guddaa qaban ture , efaa walgahicha xumuratani bodaa uummata waaliti qaban san makina ykn konkolaata poolisaa oraala kan jedhamu san 3 fi makina ykn konkolaata tihota 4 guutani mana hidhaa kampii chahina jedhamuti dabarsani ture kan bodaa warra kijibuu diidee san uummata irra addan baasani tuuman, warootaa uummata irra addan baasaan keessaa ilmaa oromoo kan ani hin kijiibu jedhee diidee ture san obboo Mohammed Saani Ammada waariyo kan jedhamu jarraa san irraa addan baasanii bulchinsa aanaa sani kan ture Ahmad shek umar fi kantibaa magaala asaboot kan ture obboo abdu lhakim usuman wajin humuna waraan nama 5 dabalatani obbolleesaa keenya Mohammedsaani Ammada waariyo kan dhaabaa kiyyaa irratti dhaabaa uummata oromoo irraa ani kijibaa hin kijibu jedhee diide san ossuma tumani tumani kalee isatifi tiruu qama isaa keessaati burusaani qamaa isaa kan salaa gubatii kodaa haayladii letira tokko 1.5 kan bishaan of keessaa qabuu irratti hidhani akkasumati ooso tumaani lubuu isaa basan.

lubuu mohammedsaani Ammada waariyo namoonni baasee bulchinsa aanaa sani kan ture Ahmad shek umar fi kantibaa magaala asaboot kan ture obboo abdu lhakim usumani ,abdulhakim kun abbaa dulaa gadanisaa seenaa gaara sufii tahun isaa wan wal nu mormisisuu miti ,obboo abdu lhakim usuman kun efaa obbolesaa kenyaa kan ajjeesani bodaa refkaa obbolesaa kenyaa mohammed saani kan malaqan maatii isatii gurgure ture yeroo maatin isaa reefa isaa kan fudhani deemanii bodasa polisaa makina 2 jalaa fidan, maalif jalaa fidan yoo jatan laabsii ofii isaaf labasee hojjii irraa olfachufi ture obboo abdu lhakim usuman kun labsiin isaa kun kan akkan jedhuu ture nama reefa mohammed saani irraati iyye ykn bohee rasasan akka dhahamu dabarsee ture, kan kabachisuf jechaa dhufan ture polisoni ,akkuma obboo abdulhkim jedhan polisoni yeroo refkii obbolessa kenya mana seenu akekachiisa uumatati lata, yeroo san keessaati haliinis waan bayyee rakkiisa tahef jechaa uummanni keessaa yeroo waraan meshaa milaa irraa hama matati hidhate dhabatu kan akka waan namaa diree lolaa senuf dumuti meshaa harkarati bufaate dhabatu yeroo arkuu xiqoo sodaan ukamamani ofirra usaan ture , halumaa kan ooso sagaleen tokko hin dhagahamin refkii obolleesaa kenyaa kun magaala asaboot irraa karaa gadaa in itti dhalatee kan magaala keessaa bahuu ajajjani latame , obboo abdu lhakim usumani Uummanni keenyaas tole jedhaani refka obbolesaa kenyaa kan fudhani lafaa km 22 tahuu milaan imaal egaalan waranis jaala imaale ture hama magaala irraa fagataniti, refkii obbolessa kenyaa kunsi akkuma tahetu nu galee siirnii awwaachaa isati akkuma sodatameti xumurame. obboo abdu lhakim usumani kun gochasa sukanesaa akka kan dhalaa oromoo irraati raawwatee magaaluma gochaa kan keessaatti raawwatee keessati yeroo amma kan katibaa magaala tahe uummata bulchaa jiraa uummanni jalatee ooso hin tahin dirqaman akka kabinoonni Aana uummata irra isaa filesee bekkamadha. garuu haa tahuu malee Uummanni kenyaa waan isaaf hin tane ofirraa kaasuun mirgaa isaa wan tahef jechaa usuu hin qabuu, ni hin usune sochii itti jiraan sochiin itti jiru jabeesuu akka qabanu dhamadha yaa sabaa koo . obboo abdu lhakim usumani maalif hin hidhamin jechuun keessan hin oolu inni lubbuu mohammed saani takkitti tan malee lubbuu waregamatota 46 san keessaa tan harkaa isati bate hin jirtu garuu inii akka ajjeffaman ajjaaja lataa ture malee, irraa bayyeeti in yeroo waa balleesuu harkaa namatin waa balleesaa malee kan satini miti ofifi isatif ajajjaa latee akka namani nama ajjeesuu godhee mata isaatif ammo of egannoo tasiisa kanafi kan inni hin hidhamin…… kutaa 3 wahuuma kan itti fufaa akkaata obboo abdu lhakim usuman abbaa dulaa GOODANISA SEENNAA GAARA SUUFII kan tehee uummata itti sammaa ture fi abbooti qabeenya qoteebuula kenya lafa isaa irrati gurguraa ture irrati fulefata kuttan 3ffaa keessaati dhiheessa.KUTTA 3FFAN ITTI FUFAA       Inline image 1                 Inline image 3Inline image 2

Check Also

faannoo

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people …