Guyyaa fi Bakka Sagantaa Geggeessaa Obbo Tarfaa Dibaabaa
Obbo Tarfaan, Amajjii 6. 1940, magaalaa Dambidollo, Wallaga, Oromiyaa tti dhalatanii Adoleessa 29, 2016, magalaa Hamburg, Jarmanii, keessati addunya kana irraa dhukubaan boqootan.
Sagantaan geggessaa Obbo Terfaa Dibaabaa Jimaata Hagayyaa 5, 2016, sa’aa 10:00 akka yeroo biyya Jarmanitti, mana sagadaa Altona Kreuzkirche, Hohenzollernring 78a, 22763 Hamburg, Jarmanii, keesatti erga raawatamee booda bakka Friedhof Bernadottestr. 32, 22763 Hamburg ti sirna awwaalchaatiin xumurama.
Itti aansee sa’aa 14:00 irraa eegalee sagantaan yaadannoo obbo Terfaa Dibaabaa iddoo Kulturkirche Altona, Bei der Johanniskirche 22 , 22767 Hamburg jedhamu keessatti geggeffama.
Maatii obbo Terfaa Dibaabaa