Oduu Haaraya

HAATI DHIIRA HINBOOTTU, GUYYAAN GAHEE

ODUU AMMAA NU DHAQQABEE
Yeroo ammaa kana magaalaa Dirree Dhawaa keessaa miseensi kaabinee OPDO mana hidhaatti geeffamarra jiru. Akkasumas OPDOn WAlgahii Adaamaatti taa’ame Dhiitanii bahuusaaniis oduun naqaqqabeera. Har’a halkan keessaa naannoo sa’aatii 2/1/4/2014 Itti aanaan Prezedentii Oromiyaa Abdulaziz Hoteela Raas /Raas Hoteel DIrree Dhawaa boqotanii jiru. Maaliif akka deeme garuu naaf hin ibsamne.

Gama biraatis namota magaala haromaya jirurra odu arganeti namni bombi kaleysatin lubbun saani baate nam 11 kan madaan cimaan irra geyse hospitala jiran nama 70 jechun odun nu geyse
Jaallawwan Biyya Keesa jiraattan, Ofii post gochuu sodaattan akka asiitti nuuf ergitan kabjn isn gaafanna.

HAATI DHIIRA HINBOOTTU, GUYYAAN GAHEE

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …