Oduu Haaraya

Haleellaa Diroonii Godina Shawaa Lixaa Aanaa Cobiitti raawwatameen namoonni nagaa 70 ol ajjeefamuun dhagahame.

Yaada ragaan ijaa OMN’f kennaniin haleellaan diroonii aanaa coobii ganda ke hoofuutti raawwatame.

Haleellaa diroonii ganda Bakkee Hoofuutti uummata nagaa irratti raawwatameen lubbuun namaa darbeera jedhan.

wallagga 20221021

Namoota nagaa ajjeefaman dabalatee namoota 112 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu jiraattonni ibsan.

Namoota ajjeefaman keessaa 4 miseensota maatii tokkoo ta’uu isaanii ibsaniiru.

Ijoon bakka sanarraa dubbanne akka jedhanitti haleellaan diroonii kun qe’ee uummata nagaa irratti raawwatame.

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *