Oduu Haaraya

Bonsa Marga Keenyaa

Posted by Hachaltu Hachaltu on den 13 juli 2015

“Hawaasa Oromoo kan Abdii kutachiisa jiran hoggantoota aboo ofiin jedhu”

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Waraana calqaba isaa malee xumurrii fi ittibahinsi isaa hin beekamne – Oromoon maal godhuu qaba?

Berhanu Hundee Waraanni amma garee seeraa fi heeraa ala mootummaa Federaalaa ofiin jedhu fi mootummaa …

2 comments

  1. Afuuftuu! Tigireetu si bitee si odeesisa. Harcaatuu hambaa Tigiree jelaa ba’iitii waa’ee hooggana ABO haasa’i. hangasitti kan si hubatu hin jiru.Odilee haasaan beeka jettee waan hin beekne xibaarte. Deemii HOOGGANA Irraa dirqamicha fuudhii uummata oromoo bilisoomsi.
    Wasilaatta.

  2. maaluma haasawa namtichi,?nuti jaa,inni ykn isaan eenyu? komiif dhufe moo hujiifi?

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *