Sagantaa Waamicha hawaasa Muslimaa Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit argamtan maraaf Oromia Shall be Free |
Oduu Haaraya

Sagantaa Waamicha hawaasa Muslimaa Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit argamtan maraaf

 

Ijaarsa Masjiida Hararge Bahaa Magaala Baroodati argamu xumursiisuf sagantaan guddan Guyaa booru guyaa sabtii Adooleysa 18/ 7/ 2015 istaraha all majjiid shari all farayan jedhamuut qophiin Salaata Asrii booda ni jalqabama .

Mana Rabbii wojiin taane haa ijaaru !

Odeeyfanoo dabalataaf
0550429759 / 0558600949

Sagantaa kana gubbat argamuun Ijaarsa masjiida kanaaf gumaacha keeysan akka taasiftan qopheeysitootin sagantiicha waamicha islaamawwa isiniif dhiheeysa jiru .

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee …