Oduu Haaraya

Hiriirri farra Master Planii Biyootii alaa keessatti Itti Fufe

Hiriira mormii naannolee Oromiyaa keessatti geggeessamu irratti barattootaa fi hawaasaalee hirmaatan irratti humnootii mootummaa Itiyoopiyaan tarkaanfii humnaa fudhatame mormuu fi akkasumas sagalee isaanii hawaasa addunyaa dhageessisuuf jecha lammiiwwan Oromoo Awropa fi Australiyaa keessa jiraatan har’a hiriira geggeessanii jiran. Guutuu waayee kanaa caqasuuf as tuqi

 

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …