Oduu Haaraya

Humni waraana Agazi konkolaataa sadeetin Ummaata magaalaati rakiisaa jira

ODUU OO’AA!!!!

GodiIna Wallagaa Bahaa, Magaalaa Naqamteeti yeroo har’a (Guyyaa sanbataa, 27/04/2014) kana humni waraana Agazi konkolaataa sadeetin Ummaata magaalaati rakiisaa jira.

Ajejamuu humna waraana Agaziitif sababaa guddaa kan ta’ee mormamuu preezeedantii Obboo Muktaarii kadiir akka ta’edha. Inniis baratootni guyyaa Kaleessaa ati kulloo kulloon nu hin bulchuu jedhaan waan mormaniif humna waraana kun ergame jedhama. Muktaar fi hooganaan farra malamaltummaa Alii suleemaan hanga yeroo ammaatti achitti argamu……

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *