Gootowwan keenya Obbo Olbaanaa Leellisaa fi Obbo Dajanee Xaafaa dararaa waggaa 7 booda akkasitti walitti deebi’uu keessaniif gammanneerra. Injifannoo kun kan Qeeroo wareegama guddaa kanfalaniiti. Galata guddaa qabu.Haati Warraa Obbo Dajanee Xaafaa,Addee Asallafach Mulaatuu erga Abbaan Manaa ishii hidhamee booda wareegama kanfalteefi qabsoo abbaan manaa ishii irraa hidhame akka adda hincinneef aarsaa kanfalte ifa galaa dha.Abbaa manaa cimaa duuba dubartii cimtuutu jira isa jedhamu kan hojiin mirkaneessitedha.Kanaaf galatoomi jennaan.Qabsoon itti fufa!!Buli Qeerroo!!