Jollee qarsaatti fixan | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Jollee qarsaatti fixan

qarsaa3

Dargaggoon oromoo guyyaa kaleessaa 1/03/2016 godina Harargee bahaa aanaa Qarsaatti hiriira nagaa gaggeeffamaa ture irratti namootni lama battalumatti yeroo wareegaman dargaggoonni 16 ol kan ta’an hubaatin hamaan irra gahuun himameera

Check Also

kadiir Juhaar

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra …