Oduu Haaraya

Kabaja Ayyana Gotota Oromo 24/4/2014 Magalaa Cairotti bifa miidhagaan gadgeyfame oleeti jira.

Kabaja Ayyana Gotota Oromo 24/4/2014 Magalaa Cairotti bifa miidhagaan gadgeyfame oleeti jira. Sirnicha kana Akka Aadaa Oromotti Eybaan kan banan Obbo Mohemmed Saanii hoggaa tahu Dura Ta,aan Caayaa Tokkumma Baqattota Oromo Biyya Masrii Kabajama Obbo Mohammed Zen Arabo Kabaja Ayyanaa Kana Laalchisudhaan Haasawa Bal,aa Hirmaattotaafi Keysummataf godhanii jiru, ittiis dabuludhaan ayyanni kuni ka milkii fi injifanno akka tahuf hawwii qaban manaaf dhaamanii jiru.
kanatti Aansudhaan Hawwisoon “Abdii Boro ” walle warraqsaa gara garaa sirbuudhaan hirmaattota akka malee gammachuufii bohartii guddaa godhaniifii jiru.

kana Caalaa Wallisaan Beekkamaafii Jaallatamaan Aartist Obbo Fayyisaa Furii heddu heddu sirba isaa jaallatamo ummataaf wallisudhaan
” Gotummaa Duri Ummata ” yaadachiisee nillee bochise.
Gara biraan keysummonni Ummata Masrii Bakka Bu,an Heddu Ayyana Gotota 2014 Cayrotti kabajame irraa qoda fudhatanii jiru,garii isaani keysaa Dr. Mohamed Abdulmunim , Dr. Naancy , Dr. Husaam fii Gaazexenyaa Eyman Aamir faatu keysatti argamu.
اقامت جالية ابناء اورومو بالقاهرةحفلا كبيرا بمناسبة يوم الشهدء الاورومو بمقر الاولومبى الرياضى فى المعادى يوم الخميس 24// 4/2014 هذا الحفل الذى بدء بالدعاء الى الله ان يرحم شهدء الامة الذين الذىن ضحوا بارواحهم دفاعا فى سبيل حرية شعب اورومو الكبير … وبعد وجه رئيس جالية ابناء اورومو فى القاهرة السيد محمد زين محمد كلمة بهذه المناسبة الى المجتمعين والضيوف مذكرا اياهم بفضل هذا اليوم

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …