Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame ni wareegame? Dhimma oowwaa fii falmisiisaa moora Oromoo jeeqa jiru tahe. Dhugaan isaa yeroo gabaabdutti ifa baafna jedhu warri waan kana faana bu’aan jiran.
Tags ajjeefamuu Arsii Kamaal heeboo Oromoiyaa wareegamuu
Check Also
Seenaa OSFNA fii hundeeysitota isaa
OSFNA OSFNA (Oromo Soccer Federation of North America) ja’amee bara 1996 ardii Ameerikaa Kaabaa, biyya …