Oduu Haaraya

Sakatta’iinsa vaayirasii dabalataa kompiitara keessanii – bilisaan


F-Secure Free Online Scanner softwaaree farra vaayirasii keessan bakka buusuu hin danda’u, garuu dabalata gaarii ta’uu danda’a.

sakatta viirusaa Copia di NXPowerLite

Kompitara dullacha sagantaa farra vaayirasii hin qabne qabda moo, kan amma qabdu vaayrasii keessa jira jettee sodaatta? Dhaabbanni nageenyaa F-Secure sagantaa salphaa bilisaa/tola galmeessuun ykn fe’uu/gad buufachuun tokkon maletti buufattan qaba. Free Online Scanner jedhama saganticha gara hard drive keessanitti buufachuun dachaa lama cuqaasuu qofa.

Softwaaree farra vaayirasii sadarkaa isaa eeggate irraa ka adda isa godhu, “Free Online Scanner” kompiitara keetti gad buusuu hin barbaachisu duubaan dalaga. Kana jechuun eegumsa dhaabbataa hin kennu, garuu kompiitara kee sirritti sakatta’uun akka vaayirasii tokkollee akka hin qabne qofa agarsiisa.
F-Secure Iskaanarii Toora Interneetii Bilisaa…

kunoo as tuquun kompiitarri keessan viirusaan faalame moo hin faalamnaa laalaa

Check Also

digital

Ethiopia must answer in illegal spying case, digital rights group says

A .US. citizen whose communications were monitored by Ethiopian agents from afar is appealing his …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *