Oduu Haaraya

Kitaabni ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ dhihotti magaalaarra ooluufi

Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu keesssatti eebbifamee harka dubbiftoota seenuuf imala jalqabuu isaa gammachuu guddaan isinii eera.

Kitaabni seenaa guddaa if-keessaa qabu kun, ‘Qooda Huseen Suraa Qabsoo Oromoo Keessatti Gumaate’ hundee taasifata.

Boqonnaalee 13 fi fuula 387 qaba. Gatiin: $30 (USA).

Namootni Minnesotaa ala jiraattan akkaataan itti argattan fuulduratti ibsama

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …

One comment

  1. Biyya keessatti akkamitti arganna?