Oduu Haaraya

Kora Adda bilisummaa oromo G/Kamaal Galchuu tiin hoogganamu Godinaa Awropaa kan baraa 2013

Miseensoonni fi Deeggartoonni ABO Kora Godinaa Awroppaa waggaa kanaa bakki itti tahuu Magaalaa Muenchen Biyyaa Germany tti.
Addi bilisummaa Oromo ABOn Birgedara G/Kamal Galchuu tin Hogganamuu Hawaasa Oromoo fi Sabaa Sablamoota hunda Kabajaa waliin Issin afeeree jiraa hirmaadhaa. Marii iratti argamaa waan isniif hin galin gaafadhaa hubadhaa. Galgalli bashannana oromos jira. Wallisaa oromo beekkamaa Obboo J.A. Abbaa Gadaa isin bashannansiisuuf qophaawaa jiraan.
Guyyaan:May,31.2013 Miseensa qofaaff Sa´aati 14:00 irraa egala.
Guyyaa: June,01.2013 Hawaasa oromooti fi Sabaafi Sablamootaf Sa´aa 14:00 irraa egalaa

 

Iddoon : Levelingstrasse.12

81673 Muenchen Germany. Akkaatan ittiin dhaqamu Baahnhof ykn cetaral station irraa U5 ykn S.Bahn naan haga Ostbahnhof deemtanii achiraa; Traama 19 Richtung St.veit strasse kan deemu qabattanii dhaabbata lama deemtanii sadaffaa dhatti buutaan. Haltstele Schlüsselbergstrasse kan jedhurratti buutanii Tram. Gara duubaatti firraa gara galtanii gara harka mirgaa tirratti gadi tarkaanfattani meetira 50 yoo deemtan Lidle tti dhuftan. Karuma Lidle gubbaa deemuu sani.

Koree Qindeessituu Kora kanaa bilbila kanaan qunnamuu ni dandeessan

1.Lalisaa/ bakalcha-8.2 Tel.0049.8939295371 / 004915216890359

2.Wallo23. Tel. 0049.8161871745/ 004915210111060

Galatoomaa nageyaan jiraadhaa
Lalisaa

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …

One comment

  1. fALMATA TAFARI

    Ayyani lafe Footota Oromo sini wajjin ha tahuu qophiinis qophi bareeda siniif haa tahuu nuti ethiopia keesa waan taanef yaadan isin degera nu jabaadha nu jiraadha Gootota keenya
    BILISUMMAN UMMATA OROMOOF!!!