Oduu Haaraya

Kufaatiin Wayyanee fi Dinaggddee Biyyaattii!

 

Akkam jirtuu ilmaan hadhaa tokko aniis nagaa dha mee akkumaa mataa duree irraatii tuquu dhaaf akkaan yaleetii kufaatiin wayyanee fi Dinaggdeen biyyatii mal irraa jiraa waan jedhuu isiiniif qoduu barbadee garuu anii oggetii Herregaa (Economist Analysis or I’m not Economist) mitii garuu waan hubadhee jiraa kanaaf dubaachuun barbadee akkaa ilaalchaa kotiitii

Siyaasaa kamiyyuu keessaa haa ta’uu siyaasaa tokko gaggessuu dhaaf Dinaggdeen murtessaa fi Utubaa Waan hundaattii garuu Yeroo dhiheenaa kanaa gamaa biyyaa keessatiin gumguumnii dhaagahamaa jirachuun isaa hubaatameraa kun jechuun akkumaa Biyyolessaatii Oduun as batee tokko tokko Dinaggdeen biyyatii Akkumaa jiruun Rakkoo fi gadadoo hamaa guddo keessaa akkaa jirtuu bekkamee jiraa kunii imoo kufaatiin Wayyanee angoo irraa turuu dhaaf halaa rakkissaa keessaa fi Hoggantoonii wayyaneen sodaa,cinqii addaa keessaa galanii jiruu.

Keessatuu sharaafnii biyyaa alaa xiqqatee Dollariin akkumaa bank biyyolessa National Bank of Ethiopia dhabbamuun isaa daldallootaa biyyatii akkumaa jiruun yaadoo guddoo keessaa fi kasaaraa addaa addaa keessaa Galanii dubbattaa jiruu,garuu wayyaneen akkaumaa bekkamuu ijaa isaanii soqidaan dhiqaatuu dhaan akkumaa baraatamee sobaa isaanii ittii fufaa jiru.

Keessatuu dinaggddee biyyattii Akkumaa jiruun 85% Omiishaa Qonnaa irraa hundaa’ee akkaa jiruu ni beekkamaa keessatuu Omiishaanii kan Omiishaamuu imo Nannoo Oromiyaa,Nanno Kibbaa,hangaa muraas imo Naanoo Amaraa dabalatee Omiishaaleen Omiishaamuu hundaa akkumaa biyyatiitii walii gahaanii jirataan jedhaamee yadaamuu baaftus Omiishnii Gabaa dhaaf ni Olaa turee,

Haa ta’uu Garuu yeroo amaa kanaa keessaa omiishiinis xiiqaatu irraa kaan ka’ee kaan jiruus Umataa hundaa hiidhuu dhaan,reebuu dhaan,ajjeessu dhaan,haacucuu dhaan,Omiishaa isaa akkaa fedhetee fi billissaan ta’ee karaa Magaala geessee akkaa hin gurguree Qotee Bulaa irrattii dhibbaa guddaa waan ittii fiideef Omiishnii fi Omiishiituumaan biyyatii waan xiiqqateef bittaa fi gurguurtaan wal gahuu waan daadhabameef hangaa Umataa miliiyoonaa 18 Ol belaan akkaa saxillaamee akkaa gargarssaa biyyaa alaa halaa ittii gafaachiseetuu irraa gahaame jiraa.kanaas to’achuu waan hin dandenyeef kufaatiin isaa fi umriin wayyanee akkaa gabaabatee jiruu odoo fagoo hin demiin waan ifaa ta’ee tokko nu mu’liisaa jechuu dha.

Waan naakoflchiisuu fi kan rajii natii ta’uu imoo osoo namnii belaan dhumuu jiruu malaaqa Guddaa rammadaanii kafaaltii Ol’anaa dhaan baasastotaa addaa addaa Oromiyaa keessaa facaassuu fi Bassastotaa internetaa gubaa namottaa IT ( Oggessaa Computer) qabaan rammadaanii Facebook namottaa addaa addaa Huckeer godhuu dhaan Malaaqa Millionii dhaan kafallaa Miidiyaa Walabaa keenyaa kan Ta’eeOMN__Oromia media network akkasumas ESAT dabalatee jechuu dhaan uguuraa Ooluun fi Umaaniis keenyaa osoo mirgaa isaaf falmaa jiruu fi qabsoo hadha’waa keessaa yeroo galee keessaa Omiishaa fi Gejiibbaa kan Oromiyyaa keessaa jiruu fayyaadamuu dhabbuu dhiisuun isaas Dinaggdeen biyyatii kufaatii fi kaasaaraa goddaa keessaa akkaa galuu godhee jiraa kun jechuun kufaatiin siyassaa biyyaatii Rakkoo hamaa keessaa akkaa jiruu tilmaamuun namaa hin dhibuu.

Nutiis kufaatiin wayyanee halaa Addaa Addaa dhibaa irraatii umuu dhaan sirnaa namaa Nyataa kanaa kufiisuu ni dandenyaa keessatuu biyyaa Oromiiyaa keessaa jirataanii Qabeenyaa wayyanee Omiishaa wayyannee armaan gadii kanaa irraa hin bitiinaas ittiis hin gurguriinaa:-

1~Tajaajiilaa Transportii selam
2~Dhaabbataa Ijaarsaa segel (Segel Construction)
3~Mega Net Corporation
4~Waldaa Aksiyoonaa Hitech park
5~Fan Democracy Plc
6~Express Transit
7~Waldaa Aksiyoonaa Ethio Rental
8~Warshaa Biiraa Dilate (Dilate Brewery)
9~Warshaa Nyataa Dessaleng
10~Addis Consultancy House

11~Dhaabbattaa Ijaarsaa Gamoo Birhaane (Birane Building Construction)
12~Waldaa Aksiyoonaa Warshaa Gogaasalee
13~Meskerm Investment
14~Waldaa Akksiiyoona Inshuraansii Africa
15~Globa Auto Spare part
16~Experience Ethiopia Travel
17~Addis Engineering Consultancy
18~Hiwot Agricultural Mechanization
19~Akksiiyoona Keemiikala Behre
20~Dhaabbataa Exportii Hoola fi Re’ee

21~Dhaabbataa Omishaa Qorichaa Star (star Pharmaceutical)
22~Warshaa huccu Almeden
23~Mesfin Industrial Company
24~Warshaa Simmintoo Meseboo
25~Almed Textile Factory
26~Dhaabbtaa Qusaannaa fi Liqii Deddebiiti
27~Dashin Biraa
28~Shala Advertise
29~National GeoTextile
30~Wegagen Bank, S.C fi kan hafaaniis baareefamaa biraatiin isiiniif dhiiheesaa.

Waan isiin ajjaa’iibuu moo Dhaabbilleen kun hunduu kan argamaan MagaalaMAQALEE fi ittii Gaaftaamtoonii sabaa Tigreee dha.nutiis Qabsoon keenyaa hangaa Biyyumaattii ragaassisuu jechaa dachee saamamnee debiisuu fi sabaa keenyaa hundaa manaa hidhaa irraa hiksiisuu qabnaa jedhaa.

Galatomaa Anii Sifa Hamid!
Qabsoon Keenya Hanga Dirree Injifannootii

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …