Oduu Haaraya

Loltoonnii Bilsiginnaa 12 ajjeefaman

Aanaalee Godina Gujii keessatti humna nageenyaa mootummaafi humnoota hidhatanii bosona jiran gidduutti walitti bu’iinsi itti fufee jiraachuu bulchiinsi godinichaa himeera.
Humnoota mootummaarra miidhaan ga’aa jiraachuu kan dubbatan aanga’aan BBCn dubbise, torbanoota lamaa as poolisoonni humna addaa Oromiyaa 12 ajjeefamaniiru jedhan.

Bal’ina oduu kanaaf 👉👉https://bbc.in/2XjbYbw

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …