Obboo Leencoo Baatii waa’ee Biyya kamii Haasawaa jira dhiiroo?————-Womaa siin jedhu Lafeen ummata Oromoo Wollaga,Hararghee,Wolloo fi Gujii si haa waraantu Lencho Bati!- Internet tiin hin cufamne – namni hidhame tokkollee hin jiru – Paartiin #Bilxiginnaa woliigaltee paartileetiin uumame – Dirreen siyaasaa paartilee hundaafuu qixxee dalagaa jira jedha Obboo Lencoon!Mee Biyya Obboo Leencoon jedhu tuni eessa laata ?-Bilxiginnaa moo “ድንቁርና” paartiitti makame namni kuni ?- Waa’ee Obboo Lammaa gaafatamee waan Inni jedhe caqasaa!- Unfortunately Mehdi Hasan of Aljazeera has more information than the Ethiopian PM advisor about Ethiopia !
Posted by Zak Kedir Dube on Friday, February 14, 2020
Check Also
Godaantoota Libiyaa Keessatti Rakkatan Gargaarraa
Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka …