Oduu Haaraya

Arsiin biyyi goototaa, biyyi Leenjisoo Diigaa, Nadhii Gammadaa fi Guutamaa Hawaas

#Dheeraa #Arsii #KFO #Jawaar

Kan alagaa maraachuu fi PP abdii kutachiisutti jiru ummata akkanatti dirree dhiphisuu fi tokkummaa Oromummaa agarsiisuudha. Ufii baddan malee Oromoo balleessuu, ufii dhabamtan malee danbalii kana dhaabsisuu hin dandeettan.

Arsiin biyyi goototaa, biyyi Leenjisoo Diigaa, Nadhii Gammadaa fi Guutamaa Hawaas, simannaa oo’aa taasisaa jirtaniif galatoomaa. Oromoon hundi isiniin boona!

https://www.facebook.com/AwashPost/videos/212465653130319/?t=28

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …