Maatii H / Qeebaloo Sa'id irraa.. | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya
Qeebaloo Said

Maatii H / Qeebaloo Sa’id irraa..

Namni suuraa isaanii asii gaditti argitan kun H / Qeebaloo Sa’id jedhamu lammii oromoo dhalataa godina Arsii aanaa Gadab Asaasaati sirnya hajjiitiif Saudi Arbiadeemanii naannoo Minaaf Makkaatitti dhabamanii waan jiraniif, namni arigitan lakkofsa kanaan nuuf bilbilaa.
+966534781638
+ 966535010375
+ 251910245820.

Check Also

abbaa duulaa gamadaa

“Kan nutti aanu TPLF malee ABO miti”. Abbaa Duulaa Gammadaa

Ee yaa Oromoo cidhi hunduu 4 kiiloodhaaf malee siif waan madaala kiiloo tokko kaastu of …