Oduu Haaraya

Oduu Prezidaant Obaamaa fi Hoogganaan Raashiyaa dhimmootii Falmisiisoo irratti mari’atan

Prezidaantiin United States Baaraak Obaamaa fi hoogganaan Raashiyaa Vladimir Putin yaada isaanii faallaa walii kan walitti bu’iinsa Siiriyaa fi Ukraine keessaa ibsuuf jecha kaleessa waltajjii addunyaatti gargaaraman.

Dhimmootiin lamaan haasaa hoogganoonni kun yeroo gumii sanaatti geggeessan dhuunfate. Hoogganoonni kun waggoota lamaa ol keessatti yeroo jalqabaaf marii sirnaa akkasii yeroo geggeessan kun isa jalqabaa ti.

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa

Check Also

Antony J. Blinken

Secretary Blinken’s Call with Ethiopian Prime Minister Ahmed

Secretary of State Antony J. Blinken spoke today with Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed regarding …