Oromiyaa Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti saba kanaaf carraaqaa ture, sirna boonsaa asiin dura dhala Oromoo keessatti tahee hin beeyneen awwaalate….
Kutaa tokkoffaa
Kutaa Lammaffaa
Kutaa Sadaffaa