Kan agartan kun hidhamtoota siyaasaa magaalaa Gincii ( Shawaa Lixaa) keessaa hamma tokko yeroo mana murtiitti geeffamani. Magaalaa kana keessaa namni 45 ta’u bakka buuteen isaa hin beekkamu. Tarii gara Maakkalaawii geessaman jedhamee shakkama. Akkuma yaadattan Ginci bakka fincilli ammaa kun Sadaasa 12, 2015 itti dhooye ta’uun ni yaadatama.
Check Also
Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …