Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii kuma dhibba lamaa fii afurtama nurraa guurratanii doolaarri hin jiruu hin deemtan ja’anii bakkatti nu facaasan. Dhimma kanaaf osoo oliif gad joorruu waan harkaa qabnu dhadhawanne jirra. Kuni ummata saamuuf jaarame malee ummata taliguuf ka dhabbataameti jedhu. Qotee bulaa miskiina hajjii godhuuf waan qabuu gurgure akkatti itti taphachaa jiru.
Tags Hajjii hujjaajoota Islaama Majlisa Makka muftii muslima Oromoo umraa
Check Also
Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!
ila Duula marumatu duula,daboo marumatu itti bobba’a, kan hinjifannoon galu garuu muraasaa beeki! Namtichi biyyaa …