Oduu Haaraya

Makiinaan Agaazii kun Shawaa Lixaa keessati dhagaan gaararraa itit gadi lakkifmee akkanatti caccabde. Loltoonni shanis madayaanii jiran.

 

makiinaa agaazii‪#‎OromoProtests‬ this Agazi truck was destroyed when protesters released rock to it from top of a mountain in West Shawa. Five soldiers sustained injury, two of them critical when the car was thrown off the cliff.
=========

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *