Oduu Haaraya

Marii hawaasni Oromoo biyya Yaman waliin godhame.

Walgayii Guyyaa Arraa Kominiitiin Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yaman, Hawaasa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman Waliin, Yaman Sana’aa Keesatti Diddaa Gocha Sookhanneesaa Mootummaan Abbaa irree impaayarri Etiyoopiyaa Barattoota Oromoo ti Fi Hawaasa Oromoo irratti Geesaa jiru ilaalchisee Kan Marihatamee Milkii Guddaan Xumurame

 

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …