Oduu Haaraya

Minishirii

Translation: Zelealem Aberra Tesfa

Minishiri ulullee, O, Minishiri, a flute, at fingers touch,
Yaa buttuu akka culullee Like a hawk you snatch
Minishiri yaa abbaa xeensaa O, Minishiri; diarrhoea you cause
Manni abbaa keetii eessaa? Where is your father’s house?
Haftuu birrii keen geessaa. So I could pay your remaining price.
Gadi jettee biluu dhugde You drank blood bowing
Akka waan dheebuun duute; As if of thirst you were dying;
Ol jettee natti irkatte Then you leaned on me getting up
Akka waan dugdaa cittee. As if your back got a sudden snap.
Namni minishirii tume The one who made Minishiri
Dheeraamoo gabaabaa dhaa? Is he a short or a tall man?
Namumti si gurgure The one who sold you away, in fact
Beekaamoo wallaalaa dhaa? Is he wise or an ignoramus arrant?
Ani du’ulle sin gurguru I shall never sell you away, for my part,
Gurmuu gootaan si baadha I shall carry you to all heroes’ domain and strife
Lubbuu koorran si jaaldha Above all, I love you more than my life.

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …