Oduu Haaraya

Muktar Kadir torban darbe irraa eegalee Bangkok, Thailand wal’aanamaa jira jedhu

‪#‎OromoProtests‬ Oromia regional state president, Muktar Kadir, is out of the country for the emergency treatment since last week. Sources say Muktar is receiving medical treatment in Bangkok, Thailand. It was recall that Alemayehu Atomesa, former president of the Oromia region and one of the youngest executive members of the ruling party died of “typhoid fever” at the age of 45 in March 2014.

Since last week, OPDO and Oromia regional state is led by Mr Bakar Shale. It has been known that Oromia is under the state of Command post since last November 2015. Mr Bakar Shale is the executive committee member of OPDO.

Pirezidaantii Oromiyaa kan ta’e Ob Muktar Kadir hiree Ob Alamayoo Atoomsaa argate isa dhaqabe. Muktar Kadir torban darbe irraa eegalee Bangkok, Thailand wal’aanamaa jira. Yeroo biyyaa bahus sharafa biyya alaa dhabee akka ture, Booda keessa doolaara baankii Baankii Hojii gamtaa Oromiyaa (CBO) irraa sharafameen baheera. Ammaaf biyya

kam akka ta’e hinbeekamne.

Yeroo ammatti Muktaariin bakka bu’ee hojii “gaggeessaa” kan jiru Darekitarin olaanaa abbaa taayitaa Gumurukaa fi Gaali Itiyoophiyaa Ob Bakar Shaal’ee ti. Innis bakka bu’ummaa fudhatee magaalaa Adaamaa dhiphisaa jira. ‪#‎Bakara‬ Shaalee kanaan dura mana hidhaa keessatti Oromoota hiraarsisuu fi reebsisuun beekama. Haalli ka’umsa Bakar Shaalee basaasummaa ture. (Gara booda odeeffannoon dabalataa itti fufa)

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …