Oduu Haaraya

MuldhataTV Gadaa

http://gadaatv.com/gadaa-tv.html

“Odeeffannoo bilisaa, ummata bilisaaf” odeeffannoon xinnoo hin qabdu!

Masakamni TV gadaa, Bu’uurri  sirna gadaa akka gabatuu fi guddatu sagalee  ta’ee hojachuu

Dirqama  TV Gadaa

TVn Gadaa sagalee  ummata Oromoo ta’udhaan, ummati Oromoo yaadaa fi yaaddoo qabu, bilisaan keessummeessa.

TVn Gadaa tokkummaan, bilisummaa fi mirgi dimokraasii Oromoo akka dagaaguu, akkasumas  haqa fi dhugaa ummatootiin  qaban midiyaa walaba ta’ee tajaajila.

TVn Gadaa, daba, yakka, samichaa fi acuuccaa sabaa fi sab-lammii Itiyoophiyarra, sirna bitootan gahaa jiru murannoon saaxila

Itiyoophiyaa keessatti ijaramuu  midiyaa walabaaf, TVn gadaa qooda isa irraa eegamu gumaacha.

TVn gadaa, aadaa, afaanii fi duudhaa oromoo guddisuu  keessatti media qooda kennu ta’a.
Gadaatv@gmail.com

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …

2 comments

  1. Ummata Bal’aa Oromof media babal’isuun heduu barbaachisaadha. Gadaa TV guddadhaa, jabaadhaa isin waliin jirra.

  2. waa’ee Gadaa tv bayyee baribachssaa mee waan hundaan issiin birra jiraa median tokko sabaa tokkof bayye barbachissaa