Oduu Haaraya

Naamooti miseensa K/F/O/ ta’an keessaa namooti lakkoofsan bayyinii isaanii 9 ta’ee mana hidhaa galan

ODUU GADISIISAA G/Q/W/ ANAA HAWWA GALAAN KEESSATTI GUYYAA HAR’AA TA’E Jiruu..

Guyya har’aa naamooti miseensa K/F/O/ ta’an keessaa namooti lakkoofsan bayyinii isaanii 9 ta’ee guyyaa har’aa qabamanii mana hidhaa galaanii jiru..isanis maqaan isanii kan armaan gaditti tarreefamee jiruudha. 1 B/ Tasfaayee Kabbadaa 2 Raagaa Immaanaa 3 Malaakuu kidaanee 4 Yaadataa Tolosaa 5 Xilaahuun Hayilee 6 Lalisaa Faqadaa 7 Daani’el Shuumaa 8 Faxxanee Immaanaa 9 Milkiyaas ykn Abba joote kan jedhaman kun sababa tokko male mana hidha Anaa Hawwa Galaan kana keessatti guyya har’aa to’atamanii jiru………!

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …