Oduu Haaraya

Waren garan bitamtan maraf Waren diyasboran biyati debiteeMara waren abaa garaa waren Murtu ilman gantu marafi sirbi...

Posted by Muniye Wbo Oromo on den 23 augusti 2015

Nuuf hin gallee dubbiin bara kanaa, nuuf hin dubbiin dayaasbooraa….

Waren garan bitamtan maraf
Waren diyasboran biyati debitee
Mara waren abaa garaa waren
Murtu ilman gantu marafi sirbi kuni
Diyas boraa kkk waren abaa garaa
Dachi obolesaa keti kan obolesi kee
Irhaa waregamee ati fudhachuf biyaa galtee garu senan si gafataa

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *