BALAA LAMMIIWWAN OROMOO MUDATE
1. Suraaleen lamaan duraa dargaggoota Adan keessatti torbaan dabre dhawan mul’isan (maqaa fi bakki dhalotaa illee beekamee jira).
2. Suraan sadaffaa 04-14-15 durbatii San’aa keessatti bombii xayyaarri harcaaseen gubatte mul’isa (haadha ilmaan lamaati — maqaan isiillee beekamee jira)
3.Halleellaa ardha (04-18-15) magaalaa San’aa gandoota jiraattootaa keessatti raawwatame (fakk.)
4. Namoota kaleessa San’aa keessatti dhawaman, Tokko du’ee, tokko mana-wal’aansaa jira. (Maqaa fi bakki dhalootaa ibsamee jira).
Maddi oduu: Koree dhimma kanaaf Minnesotaa (USA) keessatti ijaarame irraa