Oduu Haaraya

“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette”

“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette. Dhala Oromoo tokkummaa dhaloota Waaqaa qabu halagaan dugdaa fi garaa walitti nu gootee akka qalannee waliin hin nyaanne nu taassifte.

Isa Oromoon Yaa Waaq Mooraa dhiigaan nuu toil jedhee qalatee waliin nyaataa ture, harkatti busheesitee “basima abi, Bismilahi jedhaa qaladhaa afaan Waaqaatii jetteen nyaaphi Oromootaan. Akasiin Ummata Oromoo alagaan dogogora keessa naqxe.”

 

 

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …