The Chair Person of Oromia Media Network DR, Hamza Abdurazaq Resigns from his post amid internal and external controversies.
Tags Dr. Hamzaa Abdurazzaaq omn TVOMT
Check Also
Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …
Umataa dhigaa ilmaan oromo lafa lolasee OMN irra kahuun yakka gudaadha gahee takkayuu hin qabaan achii kesaatii hirmachuu
maaf posti kiyya narra cuftan
Hedduu nama gaddisisa wonti OMN keesaa burqaa jiru. gazzexooni riportii godhan oromo cufarra worra dhufe fakkaatu qaban. gandaan deemtan namaa jedhu. yoo laaltee ennu kan gandaan deemu laalaa mee. biyyaaf asittillee worruma fakkaata. akkuma yoo deeggarsa shaashii ykn coffiya hidhanne mana guunnee deeggarrutti, nama nufakkaatullee OMN irraatii arganuu qaba natti fakkaata. yeroma Mallaqumaaf hiriiraa qofaamii.
tokko tahun, yoo nucuftinuu akka tokkotti wol laalle.
tokko haa tanuu, wol haa kabajnu isinii jedha.
worra mentality (yaada diina) if keessa qaban OMN keessa baasuu ykn bahuu qaban.
namni halkan diina keenna Amaara/tigree woliin dhugaa bulu nuuf hin tahuu, kana beeka.
Na fakkataa fi kana uffataa dhisaati, maal dalaga jedhaa gaaffadha, Occuu fi loqooda ilaaluu dhifnee dalagaa fi hubaatii isaa haa xinxaalu. Kayyoo maalii geggeesa, uumata keenyaaf bu`aa maal buusa YKN hubatii inni qaqqabsiisu irrati haa xiyyeefanu. Namni alagaaf hojjeetu YKN yaada nyaaphaa geggeesu OMN keesa jirachuu hin qabu OMN kan hundeefameef uumata Oromoo tajjajiluuf waaan ta`eef.
Durumaan akka rakkoon OMN keeysa jiruu akkuma “Muhamed Adamoo”didee keeysaa bayetti bayetti beeke ani amma rakkoo jirtu hubannee jiraa warruu qabsoo oromoo keeysattii goftaan nuhii nugabaraa jedhutuu amma qabeenya ummataatiis dhufee jabaadhaa qajeechaa maleekeeysaa hin dheeysinaa Dr Hamzaa.
Dr. Hamza is a aman of principle and integrity. You did the right thing by leaving and by letting us know what is going on. We now know that there are individuals who have their hidden agenda under the pretext of Oromo media. There are also those idiots trained by the tigray junta to serve its own end. These idiots have been brainwashed for too long and as such it is futile to expect them to change. OMN needs to reorganize itself from top to bottom. Dr. Hamza needs to return and help with reorganization. There are a lot of people who have no business in there, not Dr. Hamza. I see your separation as a temporary to protest what is going on. The individual who was never elected has no business running the organization single-handedly via remote control. He needs to realize what he is doing is not helping and step aside. Please make the recommendations that you provided to the committe publicly available so that we know that they are implemented. They try to make it as if the main objective of the committe was to investigate Dr. Hamza’s resignition to veer away from the real issue and confuse the public, instead of following your recommendations and solving the problem.